Ethiopia: HRLHA Strongly Condemns Government Security Force’s Brutality against Peaceful Protesters in Oromia

As of August 17, 2020, Oromia Media Network (OMN) has reported about the illness of activist Jawar Mohammed, who has been under Federal Police custody since July 01, 2020, just a day after the murder of artist Hachalu Hundessa. Other Medias such as BBC Amharic and VOA Afan Oromo have…

Itiyoophiyaa: Yaaliin Ajjeechaa Pirezidaantii Waldaa Maccaa fi Tuulamaa (WMT), obbo Dirribii Damussee irratti Raawatame

Hagayya 09, 2020 HRLHAn AJJEECHAA  PERESIDAANTII MACCAA FI TUULAMAA IRRATTI YAALAME GAD-FAGEENYAAN BALAALAFFATA Kamisa darbe halkan, jechuun, Hagayya 06, 2020 humnooti nageenyaa mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa Pirezedaantii Waldaa Maccaa fi Tuulamaa kan ta’an obbo Dirribii Damusee Bokkuu irratti yaalii ajjeechaa raawatuu HRLHAn mirkaneeffatee jira.  Gochaan hayyuu Oromoo kan irratti raawatame baay’ee…